WAAN AMMUMA SHARE GODHUU QABNU
Mootummaan Wayyaanee fi ergamtoonni Isaa Salata Eida Bara kana Akka Ummannni Naannoo Jiru hundarra Walitti bahee bakka tokkotti hin salaanne gochuuf juma dhufurraa eegalee Anwar masijid fi Naannoolee garaagaraa keesssati Jeequmsa kaasuuf Naamoota Ofiisaatii filuun kan qoppeesse Tahuu Maddii Oduu haqa keessa beektota Isaani wabeeffachuun gabaaseera !kanaafuu Nutis Ummanni Muslimaa Naannoo Jirru hundatti wanta Gaaggeeffamu kamuu si oominaan hordofuun Nurraa Eeggama Insha Allah !! Jaalatani Jibbanis Salaatni Iidaa Akkuma kana duraanii stidiyoom ykn Bakkasalaata iidaaf qophaawe hundatti Salaatama !!! Please informatin kana share godhaa !!!
No comments:
Post a Comment