Tuesday, 14 August 2012

Dirqama Muslimootni Hundi Dubbise Hubatuun Fashaleeysu Qabna

Dirqama Muslimootni Hundi Dubbise Hubatuun Fashaleeysu Qabna
Haala Filannon Baranaa Akka Geegefamu Warri Mootummaa Godhuuf Deemu

1.Namoota Ganda Gandaan (Kebelen) Addaraasha Tokkotti Walitti Yaasanii Erga Waltti Yaasanii Booda Namoota Sadi Filatan.Namoota Sadiin Kana Namni Yaada Irratti Kenna.
2.Namootni Kunniin Amma Duratti Yaa`Aanii Jechuunis Aangoon Kennameefii Akka Nama Sadi Filatan Tasifama.Namoon Ni Sadiin Kunniin Kan Filatamaniif Sagalee Ummataa Lakkawuuf Jechuunis Jarri Sadiin Lammataa Kuni.
3.Namoonnumi Jalqabaa Sadiin Sun Ammas Nama Digdamii Torba(27) Filatu. Innis Kan Adeemsifamu Yookaa Ummanni Eeruun,Yookaa Jarrumti Filanii Yaada Irratti Kennisiisuun.Ha Alumakanaan Namin 27 Filatama.
4.Namni Digdamii Torbaa Ganda Gandarraa Filame Kun Akka Aanattiwalitti Dhufa.Ammas Haaluma Duraan Adeemsifame Sanaan Nami Digdamii Torbaa Filama. Akkasumatti Hanga Federaalaa Itti Fufa.
Aboo Harka Nama Biraatin Ibidda Hin Qabatu Muslimni
Oduu Ta'ee Hafuu Qaba

Injifannoon Tan Uummata Islaamaati!!!
Allahu Akubar!!!!

No comments:

Post a Comment