Sunday, 12 August 2012

Ummanni Islaamaa Kun Akka Lammii Biyyaatti Osoo Hin Laalamin Akka Adawwiitti Tumamuu Fii Hidhamuun Maaliif Akka Tahe Beekuun Salphaadha Kunis Muslima Tahuu Isaanii Qofa. Kana Qofatti Osoo Hin Dhaabbatin Daseetti Sheekkootii Umriin Gurguddoo Kan Masjidoota Keeysatti I'itikaafarra Jiran Guree Mana Hidhaatti Galchee Jira.

Gaafii Mirgaa Gaafatuun Itiyoopiyaa Keeysatti Asiin Nama Gaha!!!

No comments:

Post a Comment