Waraanni mootummaa Islaama masjidatti tumuun isaa maaliif???
Waraanni mootummaa Islaama masjidatti tumuun isaa maaliif???Naannoo Amaaraa Magaalaa Daseetti guyyaa 10-08-2012 Salaata jum'aatiif masjida Arab gandaatti
Muslimoonni walitti dhufan. Masjidni duraanii xiqqaa waan taheef hawaasni Masjiida guddaa ijaarrachaa jiran kan jaarmayni isaa hin dhumiin keeysatti salaata yeroo namni heddumaate ni salaatan. garuu jum'aa guyyaa 10-8-2012 wanni haarawni argame mootummaan waraana isaa hawaasa salaaturratti bobbaasuudhaan masjidatti boombii aaraa darbuun warra salaatanii masjidaa gad bahan dhalaa fi dhiira osoo addaan hin baafatin akka Ilmi nama hin daleeyne irratti dalagee jira.
No comments:
Post a Comment