Sunday 19 August 2012

Sagale Ummata Islaama

Sagale Ummata Islaama
Ida Somana Ramadaanaa Guyyaa 19-8-2012 Hawaasnii Musliimaa Biyya Tenyaa Miliiyoonootattii Lakaawaman Kan Seenaa Ittii Hojataniidh.Seenaa Qalama Dahabaatiin Barreefamu Qabu.Musliimoonnii Gutuu Biyyaattii Arakaman Salaata Idaa Boda Mormmii Olaanaa Tahe Dhaggeesiisudhaan Seenaa Ethiopia Kessattii Seenaa Bonssaafii Senaa Hin Irraanfatamnee Hojatamuun Isaa Ibsame.Mormiin Guutu Biyyaattii Gageefame Kun Kan Walfakkaatuufii Nagaya Qabessa Kantaheedha.Mormiicha Irrattii Musliimonnii Dhaadanno Sagaleen Kenya Haadhaggeefamu,Nutii Tokkoo Gargar Hinbaanu,Koreewwan Keenya Haahiikkaman,Hala Sukanneesaadhan Musliimoonnii Biliisa Tahe Kan Hidhaman Akka Gad Nulakkiifaman,Filmaatnii Kenya Masaajiidattii Tahu Qaba,Korewwaan Kenya Osoo Hidhaa Irra Hinbaane Filmaatnii Hinjiiru,Hasbunallah Waniimal Wakiil,Se
Errii Biyyaattii Haakabajamu,Islaamnii Nagaya,Nu Shorarkeesttootaa Mitii,Gaafiiwan Kenya Nuf Haadebiifamu,Etvn Kijiibaadha,Pholiisiin Kan Ummataatii,Sareewwan Kessan Nurraa Hidhaadha,Ukkaamsuufii Hidhiinssii Haadhaabatuu, Kanjadhu Dhaadanno Bayye Hawasnii Musliimaa Biyyattiittii Dhagaessiisuun Isaanii Bekamrtii Jiira. Magaalota Mormiileen Ittii Gaggeefame Kessaa Isaanawwan Muraasnii Magaalaa Fin Finne, Oromiyaa Magaalaa Aggaaroo, Magaala Jimmaa,Magaalaa Shashamanne,Magaalaa Adaamaa,Magaalaa Dirre Dhawaa,Nannoo Amaaraa Kessa Wallo Kamiise,Magaalaa Dagaan,Wallo Dasee,Magaalaa Sabataa,Nannoo Affaar Sonii Amesttii,Dawwee Fii Illiiwahaa,Naannoo Tigraay Magaalaa Enddagahamuus,Wallagga Gimbbiittii,Godiina Sltxeettii Anaa Sankkuuraa Robeettii Magaalaa Maddawalaabuttii,Walaaytaafii Magaalaa Macaarattii, Magaaloota Musliimannii Mormii Isaanii Karaa Nagenyaatiin Ittii Dhageesiisan Kessaa Isa Muraasa .Akkasumattii Hawasnii Musliimaa Qabsso Isaanii Karaa Nageenyaatii Akka Ittii Fufuu Beysiisan.

No comments:

Post a Comment