Friday 17 August 2012

ODUU


 ODUU
Guyyaa Kamisaafii Jimataa Koreen Musliimootaa Dabalatee I Musliimonnii Hidhamanii Turan Dhaddacha Araadaattii Haala Chufaa Taheen Dhiihaatanii Kanturan Yammu Tahu Hangga Ammaa Himannii Isaan Irrattii Akka Hinbanamiin Bekkameetii Jira.Akasumattii Miirgii Wabii Osoo Hin Egamiiniif Achuma Mana Hidhaa Kessa Osoo Jiranii Guyyaa 1-3-2005 Itiif Akka Beelamaman Bekameetii Jira .Hawaasnii Muslima Finfiinne Bayyeen Mooraa Fii Naanawa Mana Murttii Gutuudhaan Degarssa Isaaniif Qabanii Fii Jaalala Isaaniif Qaban Ibsun Isaanii Himan.Namoonnii Tokko Tokko Imiimmaan Qabachuu Dadhabanii Yaroo Booyaa Turan Arkamaniiro .Musliimttoota Awaliiyaafii Masjiiddan Adda Adda Fiinfiinne Kessaa Humnoota Mootummaattiin Hidhamanii Turan Namoonnii Muraasniis Galakkiifamuun Isaanii Ibsameera

2.Jumma Kaleessa Musliim
Onnii Finfiinne Tokkummaa Isaa Daran Ciimssu Isaa Anuwaar Itti Garsiiseera Dhamssa Facebookaan Musliimonni Waliif Dhaamaniin Mormiin Sababaa Idaa Lalchiise Akka Hinjiirre Ergga Waliif Dhaaman Boda Yarooduraatiif Anuwwar Duwwatun Isaa Waldhagayufii Tokkummaan Musliimnii Waliihidhachu Isaa Kan Mulise,Adawwii Musliimaa Kan Rifachiise Fii Kan Namoota Bayye Dinqiisiise Tahee Dabreetii Jira.Daseeniis Haluma Kanaan Dabarsiiteetii Jirttii.
3.Haala Walfakkaatuun Magaalaa Harar Masjiida Tohiidaattii Musliimonnii Salaata Juma'aa Boda Miigii Amattii Isaa Akka Kabajamufii Filanno Musliimtoota Fiilanno Amanttii Waan Taheef Abboottii Amantiitiin Akka Gageefamu Qabuufii Koreen Usliimaa 17n Hawaasa Musliima Miiliiyoona Baayyeettii Lakkaawamu Waan Bikka Bu'anii Jiiraniif Seera Qabessa Waan Tahaniif Akka Gad Nulakiifaman Kan Jadhu Yaroo Saddafaatiif Takbiirtaadhaan Ibssan

No comments:

Post a Comment