Wednesday 15 August 2012

Hubachiisa :-

Hubachiisa :-
Jumata dhufu Mootummaan Naannolee Garaa Garaa keessatti Jeequmsa Kaasuun Salatni Iida Akka Gamtaadhaan hin salaatamne sabab gochuuf kan karoorfate tahuun waan dhagahameef Insha Allah jumata dhufu guutumman guututti mormii tokko osoo hin dhageessisin salata keenna salaatne gara mana keenna deebi'uun kaayyo isaanii akka harkaa fashaleessinu Adaraa ! Yoo Rabbi fedhemmoo guyyaa Iidaa Takbiiraa fi haala jeequmsa hin kaafne kamiinuu Mormii keenna kan ibsannu taha ! Keessattu Tarii Ergamtoonni wayyanee fi Jala deemtonni isaa Akksumas Ahbashii fi Jala fiigdonni Isaanii gara waltajjiitti haaswa banuuf kan Affeeraman yoo tahe Takbiiraadhaan Akka nama isa dhageeffatu dhabsiifnu Asumaan Isin yaadachiisu barbaada ! Kan takbira maaf jettu jedhu yoo jirate dubbii biraati !!! Yaada kana Akkamitti Laaltu ???

No comments:

Post a Comment