Monday 20 August 2012



Hawaasnii Musliimaa Biyya Keenyaa Kan Keniya Nairobi Jiiraatan Salaata Idaa Biyyattii Irrattii Rakkoon Musliimtoota Biyya Keenyaa Akka Dhaggeefamuu Taasiisuun Isaanii Bekkamee,Sochiin Musliimon Godhan Kessaa Ulamaaiin Akka Dirre Iidaa Irratti Musliima Biyya Keenyaai Maqaa Dha'udhan Duaii Akka Godhamuf,Footoolee Qama Motummaadhan Warrota Miidhameefii Koree Hidhamttee Hawaasa Beysiisu,Fii Shamarreen Musliimtootaa Sagalee Isaan Dhaggeesiisudhaan Deggarssa Musliimota Biiyya Isaaniitiif Qabaniifii Mormmii Isaanii Muliisuun Isaanii Ibssame.

No comments:

Post a Comment