Friday 24 August 2012

As Wr Wb
Oduu Haaraya Gayyaa Arraantanaa Magaalaa Haramaayaatti Sheek Abdulaxiif Mattaan Abbaa Majlisa Ilmii Beekkamaa Barattoota Nama Kumaa Ol Barsiisan Akkasuma Daa Ii Beekamaa Sheek Zaakiriifii Muazzina Masjida Isaa Hidhuuf Mootummaan Karoorfattee Guyyaa Saa Aa3 Rraa Haga Sa Aa 12 Poolis Xaabi Aa Tursiisuun Beekkamee Jira
Garuu Waan Nama Gammachiisu Ummanni Magaalichaa Namoonni Kumaantamaan Lakkaawaman Iddoo Sanitti Walgahee Jiraachuun Himamamee Jira
Obbleeyyan Mootummaan Filannoo Dura Dhaabatan Jachaa Nama Hedduu Reebaa Jira Kanaafuu Filanno Kanarratti Namni Islaama Taatan Akka Hin Hirmaanne. Allaahu Akba
Oduu Gammachuu Arraan Tana Jummaa Salaata Booda Magaalaa Harariifii Naannawa Isii Baaddiyyaa Hunda Keysatti Mormiin Cimaan Godhamuun Beekkamee Jira Keysattuu Masgiida Araatenyaafii Hammarreysa Keysatti Sa'aadheertuuf Mormiin Godhamtee Akkasuma Dhaadannoo Adda Addaa Dhageysisaa Oolan Sankeysaa Majliisni Bakka Nunbu'u Ulaamaa Mikirbeetiiniis Bakka Nun Buutu Filmaata Keenya Keysaa Mootummaan Harka Haabaafattu Filmaanni Keenya Masjiidatti Nuuf Haatahuu Akkasuma Osoo Komiteen Teenya Yookaan Manguddoon 17 Erganne Manguddummaaf Osoo Hidhaa Jirtuu Filmaata Ja'amu Akka Hindhageenye Yoogodhamees Bakka Nunbu'an Kan Ja'uufaa Haala Nama Gammachiisuun Booyichaan Sa'aadheertuu Iyyannaa Isaanii Dhageysisan Aaaaaaaaaah Jacha Nabi Ya'aquub Nayaadachiisan Wallaahi Nabi Ya'aquub Taarikasaa Dubbachuuf Yaroon Naaf Hinfuutu Akkana Je'e Yaroo Ilma Isaa Nabi Yuusuf Dhabee Yaroodheeraa Turee Ammallee Ilmi Isaa Bini Yaamiin Irratti Ida'ame Alaan Alee Osoobooyuu Ijjisaa Beyxe Ilmaan Kana Je'e Lachuu Rabbiin Waliin Naaf Galchuuf Taa'a Je'e Kana Ja'aniin Ilmaan Inni Akaakayyuu Tahuuf Osooboochu Ijji Sijaamtee Dullomtee Ifin Halaakinii Us Ja'aniin Je'een Nabi Ya'aquub Anibar Yaannikiyya Hiraarkiyya Cinqiintiyya Gararabbiitii Rabbittiin Himachaa Jiraa Gama Isaati Ani Waan Isin Hin Beyneen Rabbirraa Beeka Je'e Yaroo Akkanatti Way Waannee Iyyinee Hiraarree Boonyu Kana Rabbirrattii Beekaa Abshiruu Aaaaaah Wallaah Garaatu Nadadhabe Kanaa Ol Dubbachuuu

Tokkummaa Ummata Islaamaa


Tokkummaa Ummata Islaamaa
Oduu Oowwaa

Imaama Masjiida Shaashamannee Kan Ta'e Sh/Aadam Huseen Kan Ganda 010 Yeroo Ammaa Kanatti Mootummaadhaan Wal-Ta'uudhaan Nuti Filannoo Majlisaa Kan Filannu Gandatti Jechuudhaan Masjiidatti Olka'ee Haasawaa Jira.Kana Malees Masjiidatti Raayyaa Abbaa Maccaa Bannaan Kana Abo Maaf Nutti Banta Jechuun Isaa Ni Yaadatama. Yeroo Ammaa Kanas Filannoo Keenna Kan Filannu Gandatti Jechuudhaan Nama Isa Mormu Si Hiisisa Jechaa Sodaachiisuudhaan Ummata Rakkisaa Jira.
Kanaaf Nuti Ummanni Muslimaa Bakka Jirru Hundaa Lakkofsa Bilbila Isaa Kanaan 0911387097 Itti Bilbiluudhaan Filannoo Kana Atummaan Filadhu Jechuudhaan Akkasuma Hidhamuunis Woma Jiraati Jechuudhaan Itti Himuu Qabna.

Amaanaa Nutti Haa Ta'u!!!!
Hanga Komitoonni Teenya Bahanitti Filannoo Hin Filannu!!!!

Ws.Wr.Wb

ODUU MADDA ISLAAMAA

ODUU MADDA ISLAAMAA

Guyyaa Arraa Salaata Jum'aa Booda Magaalaa Harar Keeysatti Masjida 30 Keeysa Ummanni Takbiiraa Godhuudhaan Gocha Majlisaa Fi Mootummaa Kan Filannoo Jechuun Gaggeesaa Jiran Balaaleefatanii Jiran. Mootummaan Ahbaasha Deeggaruu Isaa Akka Dhaabuu, Filannoon Masjidatti Akka Tahu, Koreen Akka Biyya Guututti Filannee Hidharraa Haa Bahan, Fii Dhaadannoo Adda Addaa Dhageesisanii Jiran.
Haaluma Wal Fakkaatuun Magaalaa Shaashamaneetti Ummanni Islaamaa Masjida Adda Addaa Keeysatti Dhaadannoo Fi Balaaleefannaa Isaanii Ibsanii Jiran. Mootummaan Yeroo Ammaa Kana Keeysattillee Ahbaasha Cinaa Dhaabbachuun Isaa Ummata Islaamaa Hedduu Dallansiisee Jira.
Jimmaattis Ummanni Islaamaa Salaata Jum'aa Duraa Fi Boodatti Dhaadannoo Wal Fakkaatu Dhageesisanii Jiran. Filannoon Keenya Msjidatti, Ko
Reen Teenya Hidharraa Haa Baatuu, Ahbaash Dirqamaan Nurratti Fi'uun Haa Dhaabbatu!!! Jechuun Sodaa Takka Malee Jeynummaan Balaaleefachaa Oluun Isaanii Dhagayamee Jira.

Goodina Hararge Bahaa Magaalaa Haroomaayaatti Ulamaa'ii Beekkamaa Sheek Abdulaxiif Waan Hidhaniif Ummanni Magaalaa Akkuma Jirutti Gara Waajira Poolisii Maagaalaatti Bahuudhaan Balaaleefachaa Olanii Jiran. Mootummaanis Jeynummaa Ummataa Kan Addaan Hin Cinne Arguudhaan Gad Lakkisuuf Dirqamee Jira.
Haalli Kun Bakka Hundatti Itti Fufuu Qaba!!!

Goodina Hararge Lixaa Magaalaa Cirootti Ummanni Islaamaa Ulamaa'ii Seeraan Ala Hidhamaa Jiran Balaaleefachuuf Mana Hidhaa Sheekkootiin Hidhamte Duratti Hiriira Bahuudhaan Deeggartummaa Isaa Ibsaa Ole. Haaluma Kanaan Warra Hidhaman Keeysa Nama 2 Akka Bahan Godhuu Danda'anii Jiran.

Allaahu Akbar!!!

EID SHOWS ETHIOPIA MUSLIM GRIEVANCES NAIROBI-KENYA

  •  
     
     
    EID SHOWS ETHIOPIA MUSLIM GRIEVANCES NAIROBI-KENYA

    FRIDAY BULLETIN
    SHAWWAL 6, 1433 / AUGUST 24, 2012

    Ethiopian Muslims Have Used The Prayer Of Eid Al-Fitr, Which Crowns The End
    Of The Fasting Month Of Ramadan, To Express Anger At Government Interference
    In Their Religious Affairs.
    “The People Want The Majlis To Step Down” Chanted Thousands Of Muslim
    Worshipers Following The Prayers, Referring To The Umbrella Supreme Council Of
    Islamic Affairs.
    Nearly One Million Muslims Gathered At The Addis Ababa Stadium To Perform
    ‘Eid Prayers On Sunday, August 19.
    The Worshipers Used The Mass Prayers To Step Up Protest Against Government
    Attempts To Interfere In Their Religious Affairs. “Let Our Voices Be Heard”.
    “Free Our Representatives” And “Let’s Hold Majlis Election At Mosques” Were
    Among Slogans Chanted By The Worshipers.
    Similar Colorful Demonstration Also Took Place In Jimma And Adama In Oromia,
    And Dessie In Amhara Regional States.
    Muslims Accuse The Government Of Spearheading A Campaign In Collaboration
    With Majlis To Indoctrinate Their Community With The Ideology Of A Sect Called
    “Ahbash”.
    The Government Has Put The Ahbash In Charge Of The Religious Affairs Of
    Ethiopia’s Muslims.
    Muslims Say The Government Move In Violation Of The Constitution. Which
    Prevents The Government Interference In Religious Affairs.
    Muslims Also Accuse The Ahbash Of Launching An “Indoctrination Program”
    In Predominantly Muslim Areas, Forcing People To Attend “Religious Training”
    Camps Or Risk Police Interrogation And Possible Arrest.
    Prior To The Prayer, Muslim Worshipers Have Successfully Prevented Officials
    Of The Addis Ababa Islamic Affairs Council From Delivering Speeches By Shouting
    Aloud Takbira (Allahu Akbar) That Fully Dominated The Speech.
    It Was Customary In The Past Years For Federal And City Majlis Officials As Well
    As The Mayor Of The Addis Ababa City Government To Deliver Speeches Before
    ‘Eid Prayer.
    Ahead Of The Prayers, Activists Have Rallied To Mobilize Muslims To Protest
    Against Government Interference In Their Affairs. “The ‘Eid Al-Fitr Is An Important
    Occasion In Which We Shall Show The Government And The Nation That We
    Won’t Give Up On Our Legitimate Demands And We Are United In Our Cause,” Read
    A Message Posted On A Popular Facebook Page Called Dimtsachinyisema !
    (Let Our Voices Be Heard!).
    “We Shall Send A Strong Message For Our Government To Hear Our Collective
    Voices.”
    Last Week, The Human Rights Watch Called On The Ethiopian Government To
    Release Muslim Leaders Detained During Protests Against Interference In Relgious
    Affairs.
    The Ethiopian Government Should Address The Grievances Of Its Muslim Community
    Through Dialogue, Not Violence,”Ben Rawlence, Senior Africa Researcher At
    Human Rights Watch, Said In A Statement.
    “The Security Forces Should Be Upholding The Law, Not Breaking It.”

Oduu Owwaa!!!


Oduu Owwaa!!!
Goodina Hararge Bahaa Magaalaa Haroomaayaatti Ulamaa'ii Beekkamaa Sheek Abdulaxiif Waan Hidhaniif Ummanni Magaalaa Akkuma Jirutti Gara Waajira Poolisii Maagaalaatti Bahuudhaan Balaaleefachaa Olanii Jiran. Mootummaanis Jeynummaa Ummataa Kan Addaan Hin Cinne Arguudhaan Gad Lakkisuuf Dirqamee Jira.
Haalli Kun Bakka Hundatti Itti Fufuu Qaba!!!

Sagale Ummata Islaama

Sagale Ummata Islaama
‎1.Jumma'a Arra Sababaa Du'u Mumiicha Ministeeraa Fii Durata'a Amanttaa Cirstaanaa Irraa Kan Kee Biytii Tasgabbii Irra Waan Hinjiirreef Hawaasnii Musliimaa Nagayyaafii Nagaya Jaalachuu Issa Mulliisuudhaaf Jacha Finfiinne Kessattii Mormmii Ossoo Hiingodhiin Dabarsaniitii Jiiran.Musliimoonnii Humnoota Mootummaatii Ajjeechaa,Tumiissaafii Hiidhaan Irra Gayuus Ummannii Garuu Miidhaa Kana Hudda Obsuudhaan Nagaya Tahuu Isaanii Carra Arkatan Huddattii Garsiisuudhaan Qabssoon Nageenyaa Tun Hawaasa Duniiyaa Birattii Dhaggeesiifamuufii Musliimnii Biiyya Teenyaa Nagayaa Akka Tahee Miirkaneesseetii Jiira.

2.Goodina Hararge Lixaa Magaalaa Cirootti Ummanni Islaamaa Ulamaa'ii Seeraan Ala Hidhamaa Jiran Balaaleefachuuf Mana Hidhaa Sheekkootiin Hidhamte Duratti Hiriira Bahuudhaan Deeggartummaa Isaa Ibsaa Ole. Haaluma Kanaan Warra Hidhaman Keeysa Nama 2 Akka Bahan Godhuu Danda'anii Jiran.

3.Guyyaa Arra Godina H/Bahaa Magaalaa Haramayaa Kessatti Shekkotii Bebekamtuu Ija Ummataa Warra Tahan Kannen Akka Sh.Abdulaxif, Sh.Zakir, Sh.Ahme, Ziyadee Fi Kannen Kana Fakkatan Motumman Hidhudhaan Umanni Jaalala Isaaniif Qaban Ganamaa Hanga Galgala Sa'a 1tti Ummannii Bayyeen Motumma Mormaa Turan. Qaamonnii Motummaatiis Muranno Musliimttoota Magaalattii Waan Arkkeef Gadiilakkiisuuf Diirqameera.Murannoon Musliimtootaa Bikka Hunddattii Ittii Fuufuu Qaba.

4. Filannoo Majliisaafii Jaleewwaan Majliisaa Gaggeesuuf Kaan Tokkuummaa Musliimttootaatiifii Dura Dhaabbannaa Musliimtootaatiin Yaroo Lammafaatiif Fashala'uun Saa Bekkamee Tii Jiira.Sagaleen Musliimttoota Biyya Keenyaa Kan Ukkaamamee Turee Karaa Qabsso Nageenyaatiin Miirgga Amanttii Kan Seera Motummaa Irraa Kabachiisuuf Barattoota Musliima Koleejii Awwaliiyattiin Dhoohee Musliimttoota Biiyyaa Kessaa Fii Kan Biyya Alaa Jiiraatan Waliin Gayuudhaan Musliimtoota Tokko Goodheetii Jiira.Senaa Biiyyattii Kessattiilee Seenaa Dhalootaaf Darbbuu Galmeesaatii Jiira.