Friday 24 August 2012

Sagale Ummata Islaama

Sagale Ummata Islaama
‎1.Jumma'a Arra Sababaa Du'u Mumiicha Ministeeraa Fii Durata'a Amanttaa Cirstaanaa Irraa Kan Kee Biytii Tasgabbii Irra Waan Hinjiirreef Hawaasnii Musliimaa Nagayyaafii Nagaya Jaalachuu Issa Mulliisuudhaaf Jacha Finfiinne Kessattii Mormmii Ossoo Hiingodhiin Dabarsaniitii Jiiran.Musliimoonnii Humnoota Mootummaatii Ajjeechaa,Tumiissaafii Hiidhaan Irra Gayuus Ummannii Garuu Miidhaa Kana Hudda Obsuudhaan Nagaya Tahuu Isaanii Carra Arkatan Huddattii Garsiisuudhaan Qabssoon Nageenyaa Tun Hawaasa Duniiyaa Birattii Dhaggeesiifamuufii Musliimnii Biiyya Teenyaa Nagayaa Akka Tahee Miirkaneesseetii Jiira.

2.Goodina Hararge Lixaa Magaalaa Cirootti Ummanni Islaamaa Ulamaa'ii Seeraan Ala Hidhamaa Jiran Balaaleefachuuf Mana Hidhaa Sheekkootiin Hidhamte Duratti Hiriira Bahuudhaan Deeggartummaa Isaa Ibsaa Ole. Haaluma Kanaan Warra Hidhaman Keeysa Nama 2 Akka Bahan Godhuu Danda'anii Jiran.

3.Guyyaa Arra Godina H/Bahaa Magaalaa Haramayaa Kessatti Shekkotii Bebekamtuu Ija Ummataa Warra Tahan Kannen Akka Sh.Abdulaxif, Sh.Zakir, Sh.Ahme, Ziyadee Fi Kannen Kana Fakkatan Motumman Hidhudhaan Umanni Jaalala Isaaniif Qaban Ganamaa Hanga Galgala Sa'a 1tti Ummannii Bayyeen Motumma Mormaa Turan. Qaamonnii Motummaatiis Muranno Musliimttoota Magaalattii Waan Arkkeef Gadiilakkiisuuf Diirqameera.Murannoon Musliimtootaa Bikka Hunddattii Ittii Fuufuu Qaba.

4. Filannoo Majliisaafii Jaleewwaan Majliisaa Gaggeesuuf Kaan Tokkuummaa Musliimttootaatiifii Dura Dhaabbannaa Musliimtootaatiin Yaroo Lammafaatiif Fashala'uun Saa Bekkamee Tii Jiira.Sagaleen Musliimttoota Biyya Keenyaa Kan Ukkaamamee Turee Karaa Qabsso Nageenyaatiin Miirgga Amanttii Kan Seera Motummaa Irraa Kabachiisuuf Barattoota Musliima Koleejii Awwaliiyattiin Dhoohee Musliimttoota Biiyyaa Kessaa Fii Kan Biyya Alaa Jiiraatan Waliin Gayuudhaan Musliimtoota Tokko Goodheetii Jiira.Senaa Biiyyattii Kessattiilee Seenaa Dhalootaaf Darbbuu Galmeesaatii Jiira.

No comments:

Post a Comment