Friday 24 August 2012

Oduu Gammachuu Arraan Tana Jummaa Salaata Booda Magaalaa Harariifii Naannawa Isii Baaddiyyaa Hunda Keysatti Mormiin Cimaan Godhamuun Beekkamee Jira Keysattuu Masgiida Araatenyaafii Hammarreysa Keysatti Sa'aadheertuuf Mormiin Godhamtee Akkasuma Dhaadannoo Adda Addaa Dhageysisaa Oolan Sankeysaa Majliisni Bakka Nunbu'u Ulaamaa Mikirbeetiiniis Bakka Nun Buutu Filmaata Keenya Keysaa Mootummaan Harka Haabaafattu Filmaanni Keenya Masjiidatti Nuuf Haatahuu Akkasuma Osoo Komiteen Teenya Yookaan Manguddoon 17 Erganne Manguddummaaf Osoo Hidhaa Jirtuu Filmaata Ja'amu Akka Hindhageenye Yoogodhamees Bakka Nunbu'an Kan Ja'uufaa Haala Nama Gammachiisuun Booyichaan Sa'aadheertuu Iyyannaa Isaanii Dhageysisan Aaaaaaaaaah Jacha Nabi Ya'aquub Nayaadachiisan Wallaahi Nabi Ya'aquub Taarikasaa Dubbachuuf Yaroon Naaf Hinfuutu Akkana Je'e Yaroo Ilma Isaa Nabi Yuusuf Dhabee Yaroodheeraa Turee Ammallee Ilmi Isaa Bini Yaamiin Irratti Ida'ame Alaan Alee Osoobooyuu Ijjisaa Beyxe Ilmaan Kana Je'e Lachuu Rabbiin Waliin Naaf Galchuuf Taa'a Je'e Kana Ja'aniin Ilmaan Inni Akaakayyuu Tahuuf Osooboochu Ijji Sijaamtee Dullomtee Ifin Halaakinii Us Ja'aniin Je'een Nabi Ya'aquub Anibar Yaannikiyya Hiraarkiyya Cinqiintiyya Gararabbiitii Rabbittiin Himachaa Jiraa Gama Isaati Ani Waan Isin Hin Beyneen Rabbirraa Beeka Je'e Yaroo Akkanatti Way Waannee Iyyinee Hiraarree Boonyu Kana Rabbirrattii Beekaa Abshiruu Aaaaaah Wallaah Garaatu Nadadhabe Kanaa Ol Dubbachuuu

No comments:

Post a Comment