Sunday, 12 August 2012



Oduu Gurguddoo Torban Kanaa Dhimma Muslima Burma\Mayanmer Ilaalchise !!!
1,Torbii Kana Keessa Muslimoonni Afgahanistan Meeshaa Waraanaa Hedduu Gara Burma Erguun Isaa Dhagahame !
2,Muummichi Menistera Tukii Fi Haati Manaa Isaanii Muslimoota Burma Keessatti Midhaan Suukanneessan Irra Gahaa Jiru Daawwachuudhan Gadda Itti Dhagahame Imimman Isaanii Xuruurfachuun Ibsanii Jiru !
3,Muumichi Minestera Indonesias Dhimma Kanarratti Mootummaa Burma Dubbisuuf Karoorfatan ! Allah Knows The Best
3,Muslimoonni Indonisia ,Pakistani Fi Biyyoota Garaagaraa Jihaadaaf Gara Burma Deenuu Akka Barbaadan Ibsanii Jiru !
4,Torbima Kana Keessa Biyya Londan Keessatti Dhimma Muslimoota Burmaatiif Muslimoonni Biyya Adda Addaarraa Waliitti Bahan Hiriira Nagayaa Gaggeessan !
5,Akka Abbaan Aangoo Olaanaa Burma Tokko Ibseetti Kaayyoon Isaanii Burma Biyya Budhisti Gochuu Akka Tahe Dubbii Isaatirraa Hubatame
6, Mootummaan Saud Arabia Dollara Million 50 Gargaarsaan Muslimoota Burmatiif Gumaacheera !

No comments:

Post a Comment